Psalms 31:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'urura naa kayani keesaa na baasi, gaargala naraa d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan irkoo kiyya taateef siiboo diintonni tiyya naa dhaabde jalaa na baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati addee ani itti baqadhu waan teeteef, tiyyoo diinoti naaf afane jalaa na baasi.