Psalms 31:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lubbu tiyya harka keeti kennad'a; ee AABBO Waaqa, na baasi, atini Waaqa anini d'ugeefad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Waaqa dhuga'aa! ani lubbuu tiyya sitti kennadhaa na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa addatama'a, ati na wodatteerta; anille lubbuu tiyya harka keetitti kennadha.