Psalms 31:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama waaqoota d'araa kad'atu injibbita, ammo anini siuma d'aabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati worra waaqa tolfamaa gatii hin qabne waaqeffatan maraa hin jibbita; ani garuu si hedadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra waaqota dharaa waaqonfatu hin jibba; ammoo Mootii Waan Maraatitti hin addadha.