Psalms 32:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana isaati, ka daba isa araaramanifi wollaala isaa biraa deemaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni cubbuun isaa dhiifameefii fi ka yakki haqameef attam eebbifama'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami cubbuu isaatiif araarri kennameef, ka yakkaan isaa lakkifanteef ka gammade.