Psalms 32:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi gaargala ind'abu, ammo nama AABBO Waaqa d'ugeefatu jaalala isaa ta ind'umanneeni qorqoratani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoon cubbamtootaa baay'e'e; worra Rabbiin hedatu garuu inni jaalala bara baraatiin golga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Farri worra cubbaaleyyi'ii heddu'u; nama Mootii Waan Maraatitti addatu ammoo jaalalli isaa ka bara baraa isa hin marsa.