Psalms 32:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini halkani guyya na d'aante, irreeni naraa hobaate, nafa kiyyale, akuma aduuni bona hagayya woi gossitu, na gossite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkanii fi guyyaa akka malee na adabde; akkuma wonti jiidhaan oo'a bonaatiin gogu hunni kiyya sirimaa na dhumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati halkanii fi guyyaa na adadde; akka waan o'i bonaa gossee, hunni tiyya na keessaa godde.