Psalms 32:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini fulla anini iti d'okhad'u, ka gaargala duraa na baaftu, waan atini na qorqoratuufi anini baafama kanke faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati kushee kiyya; waan hamaa jalaa na eedda; ka na marse jalaa waan na baafteef gammachuu gudda'aan si faarsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati addee ani itti dhokadhu; ati rakkinna irraa na eedda. Ati ililleettii worra bayiisa kiyyatti firinxiixuun na marsite.