Psalms 32:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka fardatiifi yokhaani aka gaange indaallaini, ka lugamaafi fuuloni lenjisani harkati deefatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka fardaa fi gaangee womaa hin hubannee hin ta'in; isaan yoo fuulo'oo fi lugaamaan ufitti harkisan malee gara keessan hin dhiyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka fardaa fi gaange'ee, ka wo hin beennee hin te'in! Bixaalaa fi lugaamaan ifitti yoo harkitte malee, isaan sitti hin dhikaatanu» jedhe.