Psalms 33:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri d'ugaa, waan AABBO Waaqi isanii tolche jed'a gammadaa sirba; isani nami isaa saalfatu ch'ufti isa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin balchoonni! Rabbiin gammadaa'a; worri qajeelaan isa galatoonfachuu barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin balchooti Mootii Waan Maraatiin gammada'a. Worri qajeelaan isa leellisuu barbaachisa.