Psalms 33:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi mala gosa d'ibi balleese, herega biyyale yaka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi gorsa bani'ii duwwaa taasisa; karoora bani'iillee hin gachisiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa karoora gosa biyya adda addaa hin diiga; inni yaadi kolbaa heddu'uu hujii irra akka hin oolle godha.