Psalms 33:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo mali isaa haga jiru jireenna taa, heregi isaaleeni haga jiru jireenna jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karoorri Rabbii garuu baraa haga bara baraa jiraata; kaayoon isaallee dhaloota maraaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karoorri Mootii Waan Maraa ammoo bara baraan jabaatee dhaabbata; yaadi isaalle dhaloota irraa gara dhalootaa dabara.