Psalms 33:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla tae nama fidu gadi ilaale, nama lafa gubba jiru ch'ufa arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Teessoo ufii irra taa'ee waan ardii irra jiru maraa hin laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barcumaa mootummaa ifii irraa inni worra lafa irra jiru mara dhagga.