Psalms 33:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fardi duula dandae nyaapa namaa indabsachisu; irreeni isaa dandeete nama imbaaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fardillee gatii hin qabu; nama hin oolchu; jabeenna hunna ufiitiin jalaa hin bayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fardi lolaa injifatiisaaf addii bu'aa hin qanne; jabeenni guddaan isaalle nama baasuu hin dande'u.