Psalms 33:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama isaa saalfatu, ka jaalala isaa ta ind'umanne d'aabatu, eege qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji Rabbii gara namoota isa sodaataniitii fi gara worra araara isaatitti amananiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti Mootii Waan Maraa ammoo worra isa sodaatu, worra jaalala isaa ka bara baraatitti addatu ilaalti.