Psalms 33:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dua jalaa worra baase guyya beelale worra jireesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan lubbuu isaanii du'a jalaa oolcha; hennaa beelaa isaan nyaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni du'a irraa isaan hambura; bara beelaalle jiru'uun isaan eega.