Psalms 33:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa kiraari d'aafi sirba, galata deebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin masiinqo'oon galatoonfadhaa'a; kiraara sagalee guddaa dhageessisu ka haada kudhan qabuun isa faarsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maasinqo'oon Mootii Waan Maraa leellisa'a! Kiraara guddicha ribuu kudhaniitiin isaaf faarsa'a.