Psalms 33:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu AABBO Waaqa d'aabanna, inni qarqaarsa keennafi wonte teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuun teenna Rabbiin abdii godhatti; inni waan wonte'ee fi gargaaraa keenna ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuun teenna addi'iin Mootii Waan Maraa eegatti; inni qarqaaraa keenna; wontee teennalle'e.