Psalms 33:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu maro isaatiifi gammanne, maqa isaa qulqullo d'ugeefanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garaan keenna waan isaan gammaduuf maqaa isaa woyyuullee hedanneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa isaa woyyichatti waan addannuuf, gadhaan keenna isatti gammada.