Psalms 33:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan d'ugaa qajeeltu jaalata, jaalalti isaa ta ind'umanne lafa ch'ufa guuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni balchumma'aa fi haqa jaalata; lafti mishummaa isaatiin guuttamte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balchumma'aa fi haqa jaalata; Latti jaalala isaa ka bara baraatiin guutanteerti.