Psalms 33:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi jecha isaatini gubba uume, aduufi jiaafi urjile dubbi ufiitini mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jecha ufiitiin samiiwwan uume, ajaja jecha isaatii urjiiwwan sami'ii uumaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubbaan jecha Mootii Waan Maraatiin, aduun, ji'aa fi urjooti ajaja isaatiin dadamane.