Psalms 34:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja ch'ufa AABBO Waaqaa galata deebise, guyya ch'ufale,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa Rabbiin galatoonfadha; galanni isaa hennaa maraa afaan kiyya keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa mara Mootii Waan Maraa hin leellisa; isa saadiisille yennaa mara afaan kiyyaa hin bu'u.