Psalms 34:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyeench'ileeni sagale d'abe imbeela, ammo nami AABBO Waaqa barbaadu waan dansa tokole ind'abu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dureeyyiin hiyyoomatanii beelayan; Worri Rabbiin barbaadan garuu wonti mishaan maruu isaan jalaa hin hanqatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dardarooti neenqaatuu dhabanee hin beelotan; worri Mootii Waan Maraa barbaadu ammoo waan dansaa hin dhabu.