Psalms 34:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ch'ubbu ira deebii, waan dansaa tolchi; garaa kanke ch'ufaani nagaya barbaadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa irraa dheessi; waan mishaa godhi; nagaya barbaadi; faanaa deemi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hantuu irraa fagaadhuutii, waan dansaa godhi; nageya barbaadiitii, gula deemi.