Psalms 34:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama d'ugaa qajeela ilaale, hojja worri isa yaamule jalaa owaata;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji Rabbii gara worra balcha'aa laalti; gurri isaallee kadhaa isaanii dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti Mootii Waan Maraa gara balchoole'ee ilaalti; gurri isaalle iyya isaanii caqasa.