Psalms 34:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo nama ch'ubbu hojattu indida, duuba akasiini hojja worri duu, deebiani inqaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaadannoo isaanii lafa irraa balleessu'uuf; fuulli Rabbii gara worra hammeeyyi'iiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra waan hantuu huju hin morma; lafa irratti akka isaan hin qaabatanne godha.