Psalms 34:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami d'ugaa qajeelani AABBO Waaqa yaamatu, inni jalaa owaate gaargala isaa ch'ufa keesaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri balchaan Rabbitti iyyatan; innillee isaanii dhagaye; rakkoo maraa keessaa isaan baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa balchooleen gara isaa iyyitu, Mootiin Waan Maraa isaaniif hin dhage'a; inni rakkinna isaanii mara keessaa isaan hin baasa.