Psalms 34:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani gaargala heddu argata, ammo AABBO Waaqi gaargala suni ch'ufa keesaa isa baasa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoon worra balcha'aa baay'e'e; Rabbi garuu sanniin maraa keessaa isaan baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkoon balcha'aa baca'a; Mootiin Waan Maraa ammoo waan mara keessaa isa hin baasa.