Psalms 34:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan inni tolcheefi isaa faarsa; nami dabsani ch'ufti ha faaru suni d'agaye gammadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa guutu'uun Rabbiin dhaadadha; worri kasoon kana dhagayanii gammadan!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraatiin ifi jaja; worri cunqurfame dhage'ee gammaduu ti.