Psalms 34:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka jaba isa qorqorate lafe isa tokole ch'abu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi lafee isaanii maraa hin eega; isaan keessaa tokkollee hin cabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lafee isaa mara hin eega; lafee isaa keessaa takkaalle hin caddu.