Psalms 34:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbicha ch'ubbuma isaati ijeesa, nama nama d'ugaa jibbu wollaala iti murani gaargalchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbamtoota hammeenni isaanii isaan ajjeessa; worra balchaa jibban maraa itti murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hammeenni nama hamaa hin ijjeesa; worra nama balchaa jibbu yakkaan itti hin muranti.