Psalms 34:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gumi ufii baase, nama isaati baqatu ch'ufa lubbu baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi tajaajiltoota ufii jireennaan isaan jiraachisa; ka isa irkoo godhate itti hin murtaayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa jiruu tajaajiltoota ifii hin woda; worra gara isaa baqatu keessaa tokkolle'etti yakkaan itti hin murantu.