Psalms 34:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa wolumaani guddimne maqa isaa wolumaani faarsina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kootta'aa guddinna Rabbii na woliin beessisaa'a; tokkumma'aan maqaa isaa haa kabajjinuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Na woliin guddinna Mootii Waan Maraa odeessa'a; maqaa isaa tokkumma'aan leellinnuu ti.