Psalms 34:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa kad'ad'e, duuba inni na d'agaye, waan anini sodaad'u ch'ufa jalaa na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin gargaarsa gaafadhe; Innillee naa deebise; sodaa maraa irraa na oolche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara Mootii Waan Maraa daadimadhee, innille deebii naa kenne; waan sodaadhu mara jalaa na baase.