Psalms 34:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo hiyyeesi isaati bohe, inni ind'agayaafi, gaargala isaa ch'ufa keesaa isaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkataan kun iyyee kadhate; Rabbillee hin dhagayeef; rakkoo maraa keessaa isa baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi rakkataan kun isa waame, Mootiin Waan Maraalle isaaf dhage'e; rakkinna isaa mara keessaa isa baase.