Psalms 34:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqa, nama isa sodaatu eedde, gaargala keesaa baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkonni Rabbii namoota isa sodaatan hin eegan; isaan marsanii miidhaa maraa jalaa baasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa adaala worra isa sodaatuu hin qubata; inni balaa jalaa isaan hin baasa.