Psalms 34:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka AABBO Waaqi dansa ufumaani argi. Ayyaana isaati ka isaati d'eetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi arjaa akka ta'e mi'eeffadha'aa laalaa'a; ka isa hedatu eebbifama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa attam attam dansaa akka te'e qorqora'aatii ilaala'a; nami isatti baqatu ka gammade.