Psalms 34:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami AABBO Waaqa d'ugeefatu ch'ufti isa sodaad'a. Nami isaa saalfatu ch'ufti womafu irakatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni isa sodaatu maruu womaa waan hin dhabneef isin woyyoonni maruu Rabbiin sodaadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootii Waan Maraa sodaatu womaa waan hin dhanneef, isin worri isaaf woyyoontane, Mootii Waan Maraa sodaadha'a.