Psalms 35:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini garaa kiyya ch'ufaani waan AABBO Waaqaani jed'u, Ee AABBO Waaqa, nami aka keeti injiru; atini nama laafa nama jaba jalaa baafte, hiyyeesale nama isaa dabsu jalaa baafta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafeen tiyya maruu akkana siin jetti; Yaa Rabbi! ka akka keetii eennu? ka rakkataa saamtuu harkaa baaftu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa kiyya tokkochaan, «Ee Mootii Waan Maraa, dadhaboolee worra guddoo jajjabaa harkaa, dadhaboole'ee fi hiyyeeyyiille saantota harkaa ka baasu ka akka keetii eennu?» jedha.