Psalms 35:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ubbu qabu d'araani na himate waan hamtu anini imbeenne keesa na buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ragaa dharaa ragan hammeeyyiin natti ka'anii waan ani hin beenne na gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa baatoti dharaa natti ka'ane; marroo waan ani hin beennee na gaafatane.