Psalms 35:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dansuma anini worraa tolche worri haalo na fuud'e waan hamtu na tolcha, duuba akanaani anini ufi jibbaad'e waan tahu wollaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan misha'aaf hammeenna naa deebisan; anaa fi ijoollee tiyya adda kutan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qofi-galeessa na godhanee waan dansaa ani godheef, hantuu naaf deebisane.