Psalms 35:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo worri fayyaa d'abe, anini ufi agabse ch'arqi naqad'e, gajed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa isaan dhukkubsatan uffata gaddaa uffadhe; nafa kiyyallee soomaan miidhe; kadhaan kiyya deebii hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo yennaa isaan dhibamane, woyaa gaddaa uffadhe; laamiisaan ifi rakkise; daadimati kiyyalle deebii dhabee,