Psalms 35:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma nama jaalafi oboleesa ufitii Waaqa kad'atu kad'ad'eefi. Anini akuma nama haad'a ufiiti bohu, mata gaqabad'e boheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkuma obboleessaa fi jaalalloo kiyyaa godhu wirtaaya'aa booye; akka waan haadha tiyyaa booyuutitti gaddaan mataa gad qabadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka waan jaalaaf yookiin obboleessaaf gadduutitti gadde; akka nama haadha ifiitiif bowuu, mataa gad qabadhee bowe.