Psalms 35:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gaafa gaargali na qabate worri ch'ufti gammade, wolti bahe na goyeese; nami anini fuula imbeenne na d'aane, na lakisuu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu hennaa ani gufadhe wol gayanii gammadan; dhartoonni dimmaa na irratti wol gayan; hara baafannaa malee na cicciran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani gufadhe ammoo, isaan gammadane; dedhuma dhufanee sababa malee arrabaan na kukkutane.