Psalms 35:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nama naafa goyeesu, worri na jibbe na miid'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma womaa womte'ee isaanillee na irratti balda'aa; ilkaan natti ciniinnatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma worri Waaqa malee le'u godhu, natti murgane; ilkaan natti ciniinnatane.