Psalms 35:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nagaya indubbatu, ammo nama nagaya qabu waan isaa ka d'araa dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin nagayaa afaan isaaniitii hin bayu; worra nagayaan biyya keessa jiraatanitti dhara xaxan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dubbii nageyaa hin dubbatanu; worra biyya keessa nageyaan le'u irratti dubbii dharaa yaadanee qopheessan.