Psalms 35:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, ee AABBO Waaqa, atini waan kana ya agarte, ee Waaqa kiyya, afaani qabatte naraa infagaatiini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati waan kana argiteerta; kanaafuu Gooftaa kiyya! hin cadhisin; na irraa hin fagaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati tana dhaggiteerta, hin cadhisin! Ee Gootta'a, na irraa hin fagaatin!