Psalms 35:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini ka d'ugaati, d'uga naa muri; nyaapa kiyya na goyeesu d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa kiyya! akka balchummaa keetiititti dhuga'aan naa murteessi diintonni tiyya akka natti hin gammanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa kiyya, balchummaa teetiin naaf muri; diinoti kiyya natti hin gammadin.