Psalms 35:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Nu ya isa balleesine, waan feenu arganne jechu d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kunoo wonti nu jenne gaye jedhanii akka yaadan; nu isa mooyanneerra!» akka jedhan hin taasisin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Halchaa gadhaa keennaa baga dhagganne! Nuuti ijjumaa isa balleessineerra» hin jedhin.