Psalms 35:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami aka d'uga naa murani arguu fed'u ha gammade, guyya ch'ufa iyye waan jed'u, AABBO Waaqi akami gudda! Inni waan hojattuuni isaa hojate argatu iraa gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri haqa argachuu kiyya jaalatan; haa gammadanii; haa burraaqanii; worri nagaya garbichaa jaalatu maruu hennaa maraa «Rabbi gudda'a!» haa jedhanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri muraa haqaa dhaggatiisa kiyyatti gammadu marti gammadaan ilillisanuu ti; isaan «Mootiin Waan Maraa gudda'a! Inni yennaa tajaajilaan nageya dhaggatu hin gammada!» jedhanuu ti.