Psalms 35:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri fayyuma tana t'urura naa mid'aase aka na qabu boolale na qote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkanumaan na balleessu'uuf siiboo dhossanii na jala dhaabaniiran; sababaa tokko malee lubbuu tiyya balleessu'uuf boolla naa qotaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan sababa tokko malee tiyyoo dhossa'aan naaf afanee, na qabiisaaf boolla qotaneeran.